LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Filiphisiyus 1:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Dhugaa dha, namoonni tokko tokko Kiristoosiin kan lallaban hinaaffaa fi morkiidhaan kakaʼanii ti; warri kaan garuu yaada gaariidhaan kakaʼanii ti.

  • Filiphisiyus 1:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 warri kaan garuu, garaa qulqulluudhaan utuu hin taʼin, hidhamuu koo irratti rakkina dabaluuf jedhanii jibbaan kakaʼanii kana godhu.

  • Yaaqoob 3:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Haa taʼu malee, garaa keessan keessa hinaaffaa+ cimaanii fi morkiin*+ yoo jiraate of hin tuulinaa,+ akkasumas dhugaa irratti soba hin dubbatinaa.

  • Yaaqoob 3:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Bakka hinaaffaa fi morkiin* jiru kam iyyuu, jeequmsii fi wanti gadheen hundi ni jiraata.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi