Ibroota 13:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Karaa isaa yeroo hunda Waaqayyoof aarsaa galataa haa dhiheessinu;+ kunis firii hidhii+ keenyaa isa waaʼee maqaa isaa namoota duratti labsinu dha.+ 1 Pheexiros 2:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 isinis akka dhagoota jiraatootti luboota qulqulluu taʼuuf gara mana hafuuraatti ijaaramaa jirtu;+ kunis karaa Yesuus Kiristoos aarsaa hafuuraa+ Waaqayyo duratti fudhatama qabu akka dhiheessitaniifi.+
15 Karaa isaa yeroo hunda Waaqayyoof aarsaa galataa haa dhiheessinu;+ kunis firii hidhii+ keenyaa isa waaʼee maqaa isaa namoota duratti labsinu dha.+
5 isinis akka dhagoota jiraatootti luboota qulqulluu taʼuuf gara mana hafuuraatti ijaaramaa jirtu;+ kunis karaa Yesuus Kiristoos aarsaa hafuuraa+ Waaqayyo duratti fudhatama qabu akka dhiheessitaniifi.+