-
Hojii Ergamootaa 26:4, 5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 “Ijoollummaa kootii jalqabee saba koo gidduuttis taʼe Yerusaalem keessatti akkamitti akkan jiraadhe Yihudoonni hundi akka gaariitti beeku;+ 5 isaan kanaan dura waan na beekaniif, ragaa baʼuuf fedhii yoo qabaatan akka garee amantii waaqeffannaa keenyaa warra amantii cimsaniitti+ Fariisicha taʼee akkan jiraadhe dubbachuu dandaʼu.+
-