Maatewos 13:44 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 44 “Mootummaan samii qabeenya guddaa maasii keessa dhokfamee wajjin wal fakkaata; namni tokko qabeenya kana argatee dhokse; gammaduu isaa irraa kan kaʼes wanta qabu hunda gurguree maasicha bitate.+
44 “Mootummaan samii qabeenya guddaa maasii keessa dhokfamee wajjin wal fakkaata; namni tokko qabeenya kana argatee dhokse; gammaduu isaa irraa kan kaʼes wanta qabu hunda gurguree maasicha bitate.+