LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Roomaa 8:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Kanaafuu, nuti ijoollee yoo taane dhaaltota, jechuunis dhaaltota Waaqayyoo ti; haa taʼu malee, kan dhaallu Kiristoosii wajjini,+ isaa wajjin yoo dhiphanne+ isaa wajjin ulfina ni arganna.+

  • 2 Qorontos 4:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Jireenyi Yesuus qaama keenya irrattis akka mulʼatuuf bakka deemne hundatti rakkina guddaa duʼaaf nama saaxiluu+ fi Yesuus irra gaʼe yeroo hunda qaama keenya keessatti ni baanna.

  • Qolosaayis 1:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Ani amma isiniif jedhee rakkachaa kanan jiru taʼus+ gammadaan jira. Kutaa qaama Kiristoos waanan taʼeef rakkinni ana irra gaʼu akka itti fufu natti dhagaʼama. Rakkinni kunis qaama Kiristoosiif,+ jechuunis gumichaaf+ faayidaa argamsiisa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi