LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Efesoon 5:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Isin abbootiin manaa, akkuma Kiristoos gumii jaallatee fi ofii isaa dabarsee isaaf kenne,+ haadhotii manaa keessan jaallachuu keessan itti fufaa;+

  • 1 Pheexiros 3:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Haaluma wal fakkaatuun isin abbootiin manaa, beekumsaan* isaanii wajjin jiraachuu keessan itti fufaa. Isaanis isinii wajjin kennaa jireenyaa waan dhaalaniif,+ akkasumas kadhannaan keessan akka hin ittifamneef, dubartoota warra isin caalaa akka qodaa cabuu taʼan kabajaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi