Luqaas 1:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Yaa kabajamaa Tewooflos,+ anis gama kootiin wanta hunda jalqabaa kaasee of eeggannoodhaan waanan qoradheef, seenaa isaa duraa duubaan sii barreessuuf murteesseera. Hojii Ergamootaa 1:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 1 Yaa Tewooflos, wanta Yesuus raawwatee fi barsiise hunda kitaaba isa jalqabaa irratti siif barreesseera;+
3 Yaa kabajamaa Tewooflos,+ anis gama kootiin wanta hunda jalqabaa kaasee of eeggannoodhaan waanan qoradheef, seenaa isaa duraa duubaan sii barreessuuf murteesseera.
1 Yaa Tewooflos, wanta Yesuus raawwatee fi barsiise hunda kitaaba isa jalqabaa irratti siif barreesseera;+