Qolosaayis 2:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Badhaadhinni ogummaa fi beekumsaa hundi of eeggannoodhaan isa keessa dhokfamee jira.+ Qolosaayis 2:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 sababiin isaas, guutummaan amala Waaqayyoo qaamaan kan jiraatu Kiristoos keessa dha.+