LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Qorontos 5:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 kanaanis Waaqayyo cubbuu isaanii utuu isaanitti hin lakkaaʼin,+ karaa Kiristoos addunyaa ofitti araarsaa ture;+ ergaa araarsuu kanas imaanaadhaan nutti kenneera.+

  • Efesoon 1:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 yeroon murteeffame yommuu xumuramutti bulchiinsa tokko hundeessuudhaan, wantoota hunda, jechuunis wantoota samii keessaa fi wantoota lafa irraa gara Kiristoositti walitti qaba.+ Eeyyee, karaa isaa wantoonni hundi walitti qabamu;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi