Efesoon 3:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Gaarummaan Waaqayyoo inni guddaan ana isa qulqulloota hunda irraa gad taʼeef+ kennameera;+ kunis kan taʼe, misiraachoo waaʼee eebba Kiristoos isa hangana hin jedhamne sanaa saboota kaaniif akkan labsuufi;
8 Gaarummaan Waaqayyoo inni guddaan ana isa qulqulloota hunda irraa gad taʼeef+ kennameera;+ kunis kan taʼe, misiraachoo waaʼee eebba Kiristoos isa hangana hin jedhamne sanaa saboota kaaniif akkan labsuufi;