LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Efesoon 3:8, 9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Gaarummaan Waaqayyoo inni guddaan ana isa qulqulloota hunda irraa gad taʼeef+ kennameera;+ kunis kan taʼe, misiraachoo waaʼee eebba Kiristoos isa hangana hin jedhamne sanaa saboota kaaniif akkan labsuufi; 9 akkasumas Waaqayyo inni waan hundumaa uume iccitii qulqulluu+ baroota darban hundatti dhoksee ture kana akkamitti akka hojii irra oolchu namoota hunda akkan hubachiisuufi.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi