Efesoon 4:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 kunis hamma hundi keenya tokkummaa isa amantii fi waaʼee Ilma Waaqayyoo beekumsa sirrii qabaachuudhaan argamu bira geenyutti, akkasumas hamma bilchaatoo taanutti,+ jechuunis akkuma Kiristoos hamma bilchina guutuu bira geenyutti dha.
13 kunis hamma hundi keenya tokkummaa isa amantii fi waaʼee Ilma Waaqayyoo beekumsa sirrii qabaachuudhaan argamu bira geenyutti, akkasumas hamma bilchaatoo taanutti,+ jechuunis akkuma Kiristoos hamma bilchina guutuu bira geenyutti dha.