1 Yohaannis 5:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 sababiin isaas, namni* Waaqayyo irraa dhalate hundi addunyaa ni moʼa.+ Addunyaa akka moonu kan nu dandeessise immoo amantii keenya dha.+ Mulʼata 3:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Akkuma ani injifadhee Abbaa koo wajjin teessoo isaa irra taaʼe,+ inni injifatu+ anaa wajjin teessoo koo irra akka taaʼu isaaf nan heyyama.+
4 sababiin isaas, namni* Waaqayyo irraa dhalate hundi addunyaa ni moʼa.+ Addunyaa akka moonu kan nu dandeessise immoo amantii keenya dha.+
21 Akkuma ani injifadhee Abbaa koo wajjin teessoo isaa irra taaʼe,+ inni injifatu+ anaa wajjin teessoo koo irra akka taaʼu isaaf nan heyyama.+