Efesoon 2:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Kana malees, Kiristoos Yesuusii wajjin tokkummaa waan qabnuuf Kiristoosii wajjin nu kaasee, isaa wajjin iddoowwan samii keessa akka teenyu godhe;+
6 Kana malees, Kiristoos Yesuusii wajjin tokkummaa waan qabnuuf Kiristoosii wajjin nu kaasee, isaa wajjin iddoowwan samii keessa akka teenyu godhe;+