1 Qorontos 15:42, 43 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 42 Duʼaa kaʼuun warra duʼaniis akkuma kana. Qaama tortorutu facaafama, qaama hin tortorretu kaafama.+ 43 Salphinaan facaafama, ulfinaan kaafama.+ Dadhabinaan facaafama, humnaan kaafama.+
42 Duʼaa kaʼuun warra duʼaniis akkuma kana. Qaama tortorutu facaafama, qaama hin tortorretu kaafama.+ 43 Salphinaan facaafama, ulfinaan kaafama.+ Dadhabinaan facaafama, humnaan kaafama.+