1 Qorontos 6:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Halalummaa* irraa baqadhaa!+ Cubbuu kan biraan namni tokko hojjetu hundi qaama isaatii alatti dha; namni halalummaa raawwachuu amaleeffate garuu qaama ofii isaa irratti cubbuu hojjeta.+ Efesoon 5:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Namoota qulqulluudhaaf sirrii waan hin taaneef,+ halalummaan,* xuraaʼummaan akaakuu hundumaa yookiin sassatni isin gidduutti hin dubbatamin;+
18 Halalummaa* irraa baqadhaa!+ Cubbuu kan biraan namni tokko hojjetu hundi qaama isaatii alatti dha; namni halalummaa raawwachuu amaleeffate garuu qaama ofii isaa irratti cubbuu hojjeta.+
3 Namoota qulqulluudhaaf sirrii waan hin taaneef,+ halalummaan,* xuraaʼummaan akaakuu hundumaa yookiin sassatni isin gidduutti hin dubbatamin;+