Roomaa 12:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Wanta gaarii, wanta fudhatama qabuu fi fedhii Waaqayyoo isa mudaa hin qabne mirkaneeffachuu+ akka dandeessaniif,+ sammuu keessan haaressuudhaan jijjiiramaa malee, sirni* kun dhiibbaa akka isin irratti godhu* hin heyyaminaa. Efesoon 4:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 akkasumas, namummaa haaraa isa akka fedhii Waaqayyootti qajeelummaa fi amanamummaa dhugaadhaan uumame uffadhaa.+
2 Wanta gaarii, wanta fudhatama qabuu fi fedhii Waaqayyoo isa mudaa hin qabne mirkaneeffachuu+ akka dandeessaniif,+ sammuu keessan haaressuudhaan jijjiiramaa malee, sirni* kun dhiibbaa akka isin irratti godhu* hin heyyaminaa.
24 akkasumas, namummaa haaraa isa akka fedhii Waaqayyootti qajeelummaa fi amanamummaa dhugaadhaan uumame uffadhaa.+