Roomaa 12:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Ilaalcha ofiif qabdan warra kaaniifis qabaadhaa; ilaalcha gad of qabuu qabaadhaa malee, of hin tuulinaa.+ Ogeeyyii akka taatanitti of hin ilaalinaa.+
16 Ilaalcha ofiif qabdan warra kaaniifis qabaadhaa; ilaalcha gad of qabuu qabaadhaa malee, of hin tuulinaa.+ Ogeeyyii akka taatanitti of hin ilaalinaa.+