-
Hojii Ergamootaa 16:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 achii kaanees, gara Filiphisiyus+ ishii magaalaa guddoo koonyaa Maqedooniyaa taatee fi kolonii Roomaa jala turtee dhaqne. Guyyoota muraasaafis magaalaa kana keessa turre.
-
-
Hojii Ergamootaa 16:22-24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Namoonni hedduun sunis tokkummaadhaan isaan irratti kaʼan; bulchitoonni magaalattii uffata isaanii erga isaan irratti tarsaasanii booda, uleedhaan akka reebaman ajajan.+ 23 Garmalee erga isaan reebanii* booda mana hidhaatti isaan galchanii, eegduun mana hidhaa sun jabeessee akka isaan eegu ajajan.+ 24 Innis ajajni kun waan isaaf kennameef, kutaa mana hidhaa isa keessaatti isaan galchee miila isaanii jirma gidduu galchee hidhe.
-