5 Yihudoonni garuu waan hinaafaniif,+ namoota hamoo hojii malee bakka gabaa taaʼan tokko tokko walitti qabanii tuuta jeequmsa uumu qindeessuudhaan magaalattii jeeqan. Isaan Phaawulosii fi Siilaasiin tuuta sanatti kennuu waan barbaadaniif mana Yaason cabsanii seenan.