Hojii Ergamootaa 18:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Siilaasii+ fi Ximotewos+ yommuu Maqedooniyaadhaa gad buʼan, Phaawulos guutummaatti dubbicha lallabuudhaan qabame; Yesuus inni Kiristoos taʼuu isaa isaan amansiisuuf Yihudootaaf ragaa baʼa ture.+
5 Siilaasii+ fi Ximotewos+ yommuu Maqedooniyaadhaa gad buʼan, Phaawulos guutummaatti dubbicha lallabuudhaan qabame; Yesuus inni Kiristoos taʼuu isaa isaan amansiisuuf Yihudootaaf ragaa baʼa ture.+