1 Yohaannis 3:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Kana malees, namni ajajawwan isaa eegu kam iyyuu isaa wajjin tokkummaadhaan jiraata; innis nama akkasii wajjin tokkummaa ni qabaata.+ Hafuura inni nuu kenneenis, inni nuu wajjin tokkummaadhaan akka jiraatu beekna.+
24 Kana malees, namni ajajawwan isaa eegu kam iyyuu isaa wajjin tokkummaadhaan jiraata; innis nama akkasii wajjin tokkummaa ni qabaata.+ Hafuura inni nuu kenneenis, inni nuu wajjin tokkummaadhaan akka jiraatu beekna.+