-
1 Qorontos 6:18, 19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Halalummaa* irraa baqadhaa!+ Cubbuu kan biraan namni tokko hojjetu hundi qaama isaatii alatti dha; namni halalummaa raawwachuu amaleeffate garuu qaama ofii isaa irratti cubbuu hojjeta.+ 19 Qaamni keessan hafuura qulqulluu isa isin keessa jiruu fi Waaqayyo biraa argattaniif+ mana qulqullummaa+ akka taʼe hin beektanii? Kana malees, isin kan ofii keessanii miti;+
-