59 Utuma isaan dhagaadhaan isa tumaa jiranii Isxifaanos, “Yaa Gooftaa Yesuus, hafuura koo fudhadhu” jedhee kadhate. 60 Achiis jilbeenfatee sagalee guddaadhaan, “Yaa Yihowaa, cubbuu kana isaanitti hin lakkaaʼin”+ jedhee iyye. Erga kana jedhee booda ni duʼe.