-
1 Qorontos 15:51, 52Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
51 Ilaa, ani iccitii qulqulluu tokko isinitti nan hima: Duʼaan kan boqonnu hunda keenya miti; garuu hundi keenya ni jijjiiramna;+ 52 malakanni inni dhumaa yeroo afuufamu, yeruma sana, liphsuu ijaatiin ni jijjiiramna. Sababiin isaas, malakanni ni afuufama,+ warri duʼan kan hin tortorre taʼanii kaafamu, nutis ni jijjiiramna.
-