19 Sababiin isaas, Ilmi Waaqayyoo Yesuus Kiristoos inni karaa keenya, jechuunis karaa koo, karaa Silwaanosii fi karaa Ximotewos+ isin gidduutti lallabame, “eeyyee,” booda immoo “lakki” hin taane; kanaa mannaa, isaa wajjin haala wal qabateen “eeyyeen” “eeyyee” taʼeera.