1 Tasalonqee 4:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Sana booda nuti warri lubbuudhaan turru, isaanii wajjin taʼuu fi qilleensa irratti Gooftaa wajjin wal arguuf+ duumessaan ol ni butamna;+ akka kanaan yeroo hunda Gooftaa wajjin ni jiraanna.+
17 Sana booda nuti warri lubbuudhaan turru, isaanii wajjin taʼuu fi qilleensa irratti Gooftaa wajjin wal arguuf+ duumessaan ol ni butamna;+ akka kanaan yeroo hunda Gooftaa wajjin ni jiraanna.+