Yohaannis 17:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Dhugichaan isaan qulqulleessi;*+ dubbiin kee dhugaa dha.+ 1 Qorontos 6:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Isin keessaa tokko tokko namoota akkasii turtan. Haa taʼu malee, maqaa Gooftaa keenya Yesuus Kiristoosii fi hafuura Waaqa keenyaatiin dhiqamtanii+ qulqullooftaniittu,+ qulqulloota taataniittu, akkasumas qajeelota jedhamtaniittu.+ 1 Tasalonqee 4:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Sababiin isaas, Waaqayyo kan nu waame qulqullummaadhaaf malee xuraaʼummaadhaaf miti.+
11 Isin keessaa tokko tokko namoota akkasii turtan. Haa taʼu malee, maqaa Gooftaa keenya Yesuus Kiristoosii fi hafuura Waaqa keenyaatiin dhiqamtanii+ qulqullooftaniittu,+ qulqulloota taataniittu, akkasumas qajeelota jedhamtaniittu.+