LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 6:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Wanti isaan jedhan kunis hunda isaanii gammachiise; kanaafuu, Isxifaanos isa amantii fi hafuura qulqulluudhaan guutame, akkasumas Filiphoos,+ Phirokoros, Niqaanoor, Ximoon, Pharmeenaasii fi Niqolaawos nama Anxokiyaa isa amantii Yihudii fudhate filatan. 6 Namoota kana gara ergamootaatti fidan; isaanis erga kadhatanii booda, harka isaanii isaan irra kaaʼan.+

  • Hojii Ergamootaa 14:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Kana malees, tokkoon tokkoon gumiiwwanii keessatti jaarsolii isaaniif muudan;+ erga kadhatanii fi soomanii boodas,+ Yihowaa* isa isaan itti amananitti imaanaadhaan isaan kennan.

  • 1 Ximotewos 3:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Kanaafuu, ilaaltuu ol aanaan himata irraa walaba kan taʼe, haadha manaa takkittii kan qabu, barsiifata madaalamaa kan qabu, sirriitti kan yaadu,*+ seera qabeessa, keessummaa kan simatu,+ barsiisuuf gaʼumsa kan qabu,+

  • 1 Ximotewos 3:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 boonuudhaan of bokoksee murtiin Diyaabilos irratti murteeffame akka isa irra hin geenyeef dhiheenyatti kan amane taʼuu hin qabu.+

  • 1 Ximotewos 4:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Kennaa si keessa jiru isa yeroo qaamni jaarsolii harka isaa si irra kaaʼetti raajiidhaan siif kenname sana hin dagatin.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi