-
1 Ximotewos 1:18, 19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Yaa Ximotewos ilma koo, raajiiwwan waaʼee kee dubbatamanii wajjin haala wal simuun, wantoota kanaan waraana isa gaarii sana irratti hirmaachuu kee akka itti fuftu qajeelfama* kana imaanaadhaan sitti nan kenna;+ 19 kanas amantii fi qalbii gaariidhaan+ raawwadhu; namoonni tokko tokko qalbii isaanii dhagaʼuu waan didaniif, amantiin isaanii akka doonii balaan irra gaʼeetti caccabeera.
-
-
2 Ximotewos 1:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Ani Waaqa isan akkuma abbootiin koo gochaa turanitti qalbii qulqulluudhaan tajaajila qulqulluu dhiheessuuf sana nan galateeffadha; kanaafuu, wawwaannaa ani halkanii fi guyyaa dhiheessu keessatti yeroo hundumaa sin yaadadha.
-