1 Ximotewos 5:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Akkasumas, mana tokko irraa gara mana isa kan biraa dhaquudhaan hojii hiikuu baratu; hojii hiikuu qofa utuu hin taʼin, wantoota dubbachuu hin qabne dubbachuudhaan hamattootaa fi dhimma namootaa keessa kan galan+ taʼu.
13 Akkasumas, mana tokko irraa gara mana isa kan biraa dhaquudhaan hojii hiikuu baratu; hojii hiikuu qofa utuu hin taʼin, wantoota dubbachuu hin qabne dubbachuudhaan hamattootaa fi dhimma namootaa keessa kan galan+ taʼu.