-
1 Ximotewos 5:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Dubartiin amante tokko dubartoota abbootiin manaa irraa duʼan keessaa firoota yoo qabaatte, gumichatti baʼaan akka hin baayʼanneef ishiin isaan haa gargaartu. Taanaan gumichi dubartoota abbootiin manaa irraa duʼanii fi dhuguma gargaarsi isaan barbaachisu gargaaruu dandaʼa.+
-