LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Luqaas 2:36, 37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Raajittiin gosa Asheer keessaa taatee fi Haannaa jedhamtu tokko jirti turte; ishiin intala Faanuʼeel turte. Dubartiin tun umuriidhaan kan sokkite turte; erga heerumtee boodas* abbaa manaa ishii wajjin kan jiraatte waggaa torbaaf qofa ture; 37 ishiin dubartii abbaan manaa irraa duʼe yommuu taatu, yeroo kanatti umuriin ishii waggaa 84 ture. Ishiin mana qulqullummaa keessaa utuu hin dhabamin soomaa fi wawwaannaa dhiheessaa halkanii fi guyyaa tajaajila qulqulluu dhiheessiti turte.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi