17 Ximotewos isa karaa Gooftaa ilma koo jaallatamaa fi amanamaa taʼe gara keessanitti kanan ergu kanaafi. Inni malawwan ani Kiristoos Yesuusii wajjin haala wal qabateen bakka hundumaatti gumiiwwan hunda keessatti yommuun barsiisu itti fayyadamu isin yaadachiisa.+