-
Hojii Ergamootaa 9:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Sababiin isaas, maqaa kootiif rakkinni hammamii isa irra gaʼuu akka qabu ifatti isatti nan argisiisa.”+
-
-
Efesoon 3:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Kanaan kan kaʼes ani Phaawulos, inni isin warra saboota kaan keessaa dhuftaniif jedhee Kiristoos Yesuusiif hidhamee jiru,+
-