1 Ximotewos 4:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Ati gorsa kana obbolootaaf kennuudhaan, tajaajilaa Kiristoos Yesuus isa gaarii akka taate, akkasumas dubbii amantii fi barumsa gaarii baʼeessa gootee hordofte sana akka sooratte ni argisiista.+
6 Ati gorsa kana obbolootaaf kennuudhaan, tajaajilaa Kiristoos Yesuus isa gaarii akka taate, akkasumas dubbii amantii fi barumsa gaarii baʼeessa gootee hordofte sana akka sooratte ni argisiista.+