1 Ximotewos 1:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Yaa Ximotewos ilma koo, raajiiwwan waaʼee kee dubbatamanii wajjin haala wal simuun, wantoota kanaan waraana isa gaarii sana irratti hirmaachuu kee akka itti fuftu qajeelfama* kana imaanaadhaan sitti nan kenna;+
18 Yaa Ximotewos ilma koo, raajiiwwan waaʼee kee dubbatamanii wajjin haala wal simuun, wantoota kanaan waraana isa gaarii sana irratti hirmaachuu kee akka itti fuftu qajeelfama* kana imaanaadhaan sitti nan kenna;+