3 Iccitii qulqulluu waaʼee Kiristoos ibsu isa ani sababii isaatiif hidhamee jiru+ labsuu akka dandeenyuuf, Waaqayyo dubbichaaf balbala akka nuu banu nuufis kadhadhaa;+ 4 akkasumas iccitii qulqulluu kana akkan labsuu qabutti ifatti akkan labsu naaf kadhadhaa.