LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Qorontos 1:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Ammas rakkinni yoo nu irra gaʼe, isin jajjabinaa fi fayyina akka argattaniifi; nuti jajjabina yoo argannes, jajjabinni kun dhiphinni nu irra gaʼe yommuu isin irra gaʼu, jabaattanii akka dhaabbattan isin gargaaruudhaan jajjabina isiniif argamsiisa.

  • Efesoon 3:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Kanaafuu, kun isiniif ulfina waan taʼeef, rakkina sababii keessaniif na irra gaʼeen akka abdii hin kutanne isinan kadhadha.+

  • Qolosaayis 1:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Ani amma isiniif jedhee rakkachaa kanan jiru taʼus+ gammadaan jira. Kutaa qaama Kiristoos waanan taʼeef rakkinni ana irra gaʼu akka itti fufu natti dhagaʼama. Rakkinni kunis qaama Kiristoosiif,+ jechuunis gumichaaf+ faayidaa argamsiisa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi