LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 13:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Yihudaan daabboo cabduu sana erga fudhatee booda Seexanni isatti gale.+ Kanaafuu Yesuus, “Wanta gochaa jirtu, dafii godhi” isaan jedhe.

  • Hojii Ergamootaa 5:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Pheexiros garuu akkana jedhe: “Yaa Anaaniyaas, Seexanni hafuura qulqulluu+ akka sobduu fi maallaqa laficha itti gurgurte keessaa hamma tokko dhoksitee hambisuuf akka onnattu kan si godhe maaliifi?+

  • 1 Ximotewos 1:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Hemenewoosii+ fi Iskindiris isaan keessaa tokko dha; isaan adaba irraa baratanii Waaqayyoon arrabsuu irraa akka of qusataniif ani Seexanatti dabarsee isaan kenneera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi