-
Efesoon 2:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 yeroo cubbuu keenyaan kan duune turretti illee Kiristoosii wajjin nu jiraachiseera;+ isinis gaarummaa isaa isa guddaadhaan fayyitan.
-
-
Efesoon 2:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Isin karaa amantii keessanii gaarummaa guddaa kanaan fayyitaniittu;+ kunis kennaa Waaqayyoo ti malee hojii keessaniin kan argattan miti.
-