-
1 Ximotewos 6:3, 4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Namni tokko barumsa kan biraa kan barsiisu, akkasumas barumsa gaarii*+ isa Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos biraa dhufee wajjinis taʼe, barumsa Waaqayyoof buluu+ jajjabeessuu wajjin kan wal hin simne yoo taʼe, 4 inni boonuudhaan of bokokseera, homaas hin hubatu.+ Inni nama mormii kaasuu fi waaʼee jechootaa falmuu jaallatu dha.+ Wantoonni akkasii hinaaffaa, qoccolloo, maqaa balleessuu* fi shakkii hamaa kakaasu;
-