-
Roomaa 14:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Ani wanti ofii isaatiin xuraaʼaa taʼe tokko illee akka hin jirre karaa Gooftaa Yesuus beeka, akkasumas mirkanaaʼaa taʼeera;+ namni tokko wanta tokko xuraaʼaa akka taʼetti yoo ilaale garuu, wanti sun isaaf xuraaʼaa dha.
-