LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Qorontos 14:34, 35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 dubartoonni akka dubbatan waan isaaniif hin heyyamamneef gumii keessatti haa callisan.+ Kanaa mannaa, akkuma Seerichi jedhu haa bitaman.+ 35 Wanti isaaniif hin galle yoo jiraate, mana isaaniitti abbootii manaa isaanii haa gaafatan; sababiin isaas, dubartiin gumii keessatti dubbachuun ishii qaanii dha.

  • 1 Pheexiros 3:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Haaluma wal fakkaatuun, isin haadhotiin manaa abbootii manaa keessaniif bitamaa;+ kunis dubbichaaf kan hin ajajamne yoo jiraatan, dubbii malee amala keessan isa gaariidhaan akka moʼamaniifi;+ 2 kan moʼamanis amala keessan isa qulqulluu+ fi ulfina guddaa isin argisiistan yommuu ilaalanitti dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi