Efesoon 2:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Nuti hojii harka Waaqayyoo* ti; hojii gaarii isa Waaqayyo akka hojjennu dursee nuuf murteesseef, tokkummaa Kiristoos Yesuusii wajjin qabnuun+ uumamneerra.+ Ibroota 9:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 dhiigni Kiristoos+ isa hafuura bara baraatiin mudaa malee ofii isaa Waaqayyoof dhiheesse sanaa, Waaqa jiraataadhaaf tajaajila qulqulluu dhiheessuu akka dandeenyuuf+ qalbii keenya hojiiwwan duʼan irraa caalaatti hin qulqulleessuu ree?+
10 Nuti hojii harka Waaqayyoo* ti; hojii gaarii isa Waaqayyo akka hojjennu dursee nuuf murteesseef, tokkummaa Kiristoos Yesuusii wajjin qabnuun+ uumamneerra.+
14 dhiigni Kiristoos+ isa hafuura bara baraatiin mudaa malee ofii isaa Waaqayyoof dhiheesse sanaa, Waaqa jiraataadhaaf tajaajila qulqulluu dhiheessuu akka dandeenyuuf+ qalbii keenya hojiiwwan duʼan irraa caalaatti hin qulqulleessuu ree?+