1 Ximotewos 2:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Kanaafuu, ani dhiironni bakka hundumaatti dheekkamsaa+ fi falmii irraa fagaachuudhaan+ harka qulqulluu ol kaasanii*+ yeroo hunda Waaqayyoon akka kadhatan nan barbaada.
8 Kanaafuu, ani dhiironni bakka hundumaatti dheekkamsaa+ fi falmii irraa fagaachuudhaan+ harka qulqulluu ol kaasanii*+ yeroo hunda Waaqayyoon akka kadhatan nan barbaada.