LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Efesoon 1:15, 16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Kanaafuu, amantii isin Gooftaa Yesuus irratti qabdanii fi jaalala isin qulqulloota hundatti argisiistan ergan dhagaʼee jalqabee, 16 waaʼee keessaniif galata dhiheessuu matumaa hin dhiisne. Gara fuulduraattis isiniif kadhachuu koo ittan fufa;

  • 1 Tasalonqee 1:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Nuti kadhannaa keenya keessatti waaʼee hunda keessanii yommuu kaasnu, yeroo hunda Waaqayyoon ni galateeffanna;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi