Ibroota 7:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Seerichi namoota dadhabina qaban luboota ol aanoo godhee muuda;+ kakaan Seericha booda kakatame+ garuu, Ilma isa bara baraaf guutuu godhame+ sana muuda.
28 Seerichi namoota dadhabina qaban luboota ol aanoo godhee muuda;+ kakaan Seericha booda kakatame+ garuu, Ilma isa bara baraaf guutuu godhame+ sana muuda.