1 Yohaannis 2:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Isaan nu keessaa baʼan, taʼus garee keenya* hin turre;+ sababiin isaas, utuu garee keenya taʼanii nuu wajjin itti fufu turan. Haa taʼu malee, garee keenya kan taʼan hunda isaanii akka hin taane akka beekamuuf isaan nu keessaa baʼaniiru.+
19 Isaan nu keessaa baʼan, taʼus garee keenya* hin turre;+ sababiin isaas, utuu garee keenya taʼanii nuu wajjin itti fufu turan. Haa taʼu malee, garee keenya kan taʼan hunda isaanii akka hin taane akka beekamuuf isaan nu keessaa baʼaniiru.+