-
Ibroota 10:32, 33Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
32 Haa taʼu malee, yeroo darbe isa erga ifni isiniif ifee booda,+ rakkina guddaadhaan qabsoo cimaa keessa jabaattanii itti dhaabbattan sana yaadadhaa. 33 Yeroo tokko tokko uummata duratti* arrabsamaa fi rakkinni isin irra gaʼaa ture; yeroo kan biraatti immoo warra rakkina akkasii keessa jiran cinaa dhaabbattanii turtan.
-